Ergaa Gabaabaa FM Roobee

IdReceiveTimeMessageFromMessageToMessageText
7578086/12/2025 9:21:28 AM+2519614971517276FR Barataa Naawii Rashaad Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo irraa. Deebiin= 4377
7562216/10/2025 3:47:32 PM+2519515858367276FR lakkoofsa keessan nuuf himaa
7546216/9/2025 11:41:34 AM+2519903646357276FR Akkam Jirtu Yaa Warra FM Roobee Baalee Maqaan Koo Kiimiyaat Anawaar Jedhama Ka Isinii Dawwalaa Jiru G/Baalee A/Gaasaraa Gandaa Amiinyaa Shiraarirraa Qophiin Keessan Baay'ee Natti Tole Haaluma Kanaan Itti Fufaa
7514816/5/2025 10:13:41 AM+2519252071247276fr Akam jirtuu yaa waraa OBN ifemii robee balee maqan koo adam aliyyii daawwen jedhama harargee lixaa bookeera qophin baroo bayee namatii tolaa jabadha
7514126/5/2025 9:44:01 AM+2519614971517276FR Barataa Naawii Rashaad Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo irraa. Deebiin= Raashiyaa
7482845/31/2025 3:45:22 PM+2519322376377276FR Aadam Jundii Tufaa Arsii gunaa iraa Deebin Abbaa Ta.a.
7482485/31/2025 3:39:12 PM+2519279261397276FR Gammachis Kiraam Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu Magalaa Sakiinaa Deebiin Akaakuu
7460675/29/2025 5:11:46 PM+2519434829267276FR Husseen Maammaa Cimaa Harargee Lixaa Aanaa Bookee Irraahi Qophiin Afeerraa Sirbootaa Kan Nubiraan Gahaa jirtan Gaaridhaa Jabaadhaa
7460525/29/2025 5:02:28 PM+2519105975057276FR Ganna Hajjii Roobaa Arsii Gololchaa Ganda Caammaa Saqaa Irraa OBN FM Baalee Roobee Qophiin Keessan Gaariidhaa Sirbooni Nu Afeeraa Jirtaniis Baay'ee Namatti Tolaa Galatoomaa
7458945/29/2025 3:46:07 PM+2519669041897276FR Amiin Ahmad Daaroo Labuu Kurfaa Waaccuuraa,, Bootaani
7457345/29/2025 3:19:31 PM+2519614971517276FR Barataa Naawii Rashaad Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo irraa. Deebiin= Bootaani
7452515/29/2025 9:21:46 AM+2519076201447276FR A/Baasix Jabboo Godina Arsii Aanaa Amiinyaa Irraa Aaga Badhaadha Nagaa Bultanii Warra OBN Jirra Jirtuu Isin Faana Jirra Gaaffii Hirmaachisaa Deebiin Ugaandaa
7452445/29/2025 9:21:11 AM+2519775794597276FR Jaalaata Amaad Habbroo Darakkuu Gandaa Nuuraal Huddaa Irraa Qophiin Keessaan Bayyee Gariidha Debbiin ❓Ruhaandaa
7422065/24/2025 5:24:54 PM+2519821628467276Fr,Toofiq Jamaal godina harargee lixaa aanaa hawwii guddinaa araddaa daaroo guddoo,qophiin filannoo sirbaa baay,ee nutti tolee jira jabaadha haaluma kanaan itti fufa.
7417275/24/2025 3:31:11 PM+2519772544817276Fr. Awwal Jamaal Harargee Lixaa Hawwii Guddinaa Billiqa Irraa Deebiin. Bara 2011
7417265/24/2025 3:30:58 PM+2519368185227276FR A/Baasix Jabboo Godina Arsii Aanaa Amiinyaa Irraa Yaa Warra OBN Hedduu Isin Jaalanna Gaaffii Hirmaachisaa Deebiin 1963
7417225/24/2025 3:30:55 PM+2519178762137276FR Barsiisaa Mitikkuu Beekumaati.Godina Wallagga Bahaa Aanaa Bonayyaa Boshee irraa.deebiin=1963.
7407815/24/2025 9:54:05 AM+2519423166167276FRH:UmmataaMisraa/Biyya Ijibtiidha.Alamaayyoo Kinfaa.Arsii§Sirkaarra.
7405425/24/2025 9:15:30 AM+2519309543937276FR maqaan koo Hundee maammuseenin jedhamaa Aanaa hawwii guddinnaa daaroo guddoo irraahi qophiin keessan barsiisoo fi bashannaansiisoodha haaluma kanaan itti nuu fufaa.
7405255/24/2025 9:14:45 AM+2519546875577276FR!MAQAAN KOO ABDULLAZIIZ KADIIR JEEDHAMA GANDA BUKKOO IRRA ISIN DHAGEEFFA CHA JIRAA
7334965/17/2025 2:26:29 PM+2519098139617276from lebaan wored Abduramaan kadir they answer is seria 2qaatar 3 Saudi arabia or Arab emarate
7219265/3/2025 3:35:54 PM+2519028656237276FR inispeektar Muhaammad Abubakar jedhama godina baalee aanaa gaasara irraa isiin dhageefacha jira haalan nutti tolee jira jabaadha isiin faana jira,
7115734/23/2025 6:57:06 AM+2519368185227276FR A/Baasix Jabboo Godina Arsii Aanaa Amiinyaa Irraa Gaaffii Hirmaachisaa Deebiin Beekkumsa Maammoo Mazammiriin Barreeffame
6892433/11/2025 3:36:10 PM+2519695641777276FROM E TO NGEST KASELA.
6892323/11/2025 3:31:58 PM+2519695641777276FROM ES TM NGEST
6887793/10/2025 5:00:58 PM+2519429091507276FR HL Aanaa Hawwi Guddinaa Odaa Qallaarra gaafi qonnaan bulaa mara? hk1 qar 2000 kafale. bulchaa gandaa obbo callaa jedhamu nuti gali akka aanaatti murtefanne nun jedhe gaafin mirgaa hio jiruu.
6758712/22/2025 3:13:22 PM+2519530007697276Fr 7276 kamaal hussen hawwii guddinaa irra isin dhagee fataan jira
6738072/20/2025 1:36:40 PM+2519730454097276Fr
6735292/20/2025 9:29:27 AM+2519148447427276FR Xaahir burqaan jedhamaa aanaa honqooloo waabee godina arsii bahaa irraa magaalaa silxaanaa konkolaataan gara baadiyyaa fe'u namoota 85 hanga 90 ukkaamsanii fe'u tiraafiikiin daandii irra waan hin jirreef maaloo maaloo qilleensarra naaf oolchaa qaama dhimmi ilaalu biraan nuuf gahaa
6651222/10/2025 5:27:04 PM+2519289020967276Fr Suudii Maaruf Aanaa Daaroo Labuu Ganda Koomee Irra Firoomsaa Diiggoo Fuaadoo Maaruf Biintii Aliiyyii Fi Samiraa Maaruf Biran Naf Gahaa
6633062/8/2025 9:24:11 AM+2519880136027276fr
6584322/1/2025 5:15:29 PM+2519289020967276Fr Suudii Maaruf Aanaa Daaroo Labuu Ganda Koomee Irra Firoomsaa Diiggoo Fuaadoo Maaruf Biintii Aliiyyii Fi Samiraa Maaruf Biran Naf Gahaa
6539291/27/2025 9:18:56 AM+2519487556247276FR Murteessaa.issaa.jedhama.magaala.yaballoo.irraa.gaafii.deebii.soqiraaxas
6433871/11/2025 3:13:00 PM+2519669158547276FR Ahimad Mahammad Harargee Bahaa Gola odaa irraa. Deebiin=Bilisummaa Raggaasaa.
62086212/12/2024 9:30:33 AM+2519301507157276FR, Kan gannaa facafatan Bonaa hammaatu Taayyee Isheetuu
62086012/12/2024 9:30:31 AM+2519705134437276FR wan gana facafata bira hamatu
62078012/12/2024 9:21:28 AM+2519788892327276FR Ahimad Mahammad Harargee Bahaa Gola odaa irraa. Deebiin=Bona hammatu.
61886712/8/2024 10:50:00 AM+2519195825387276FR.FM baalee egabade nubiiraa guuyaa2taheer
61771512/6/2024 7:21:10 PM+2519515265687276Fr malo nuu lalaa mee dalgaa hin jiruu 96.5
61742912/6/2024 3:07:37 PM+2519408067317276FR B
61421011/30/2024 4:53:11 PM+2519696774427276FR 7276 akkama oltan yaa warra OBN jaalata abdaalla Amayyu godina H/LIXA Aana hawwii GUDDIIN AraddA Duretti qoophii keessan dhageefatana jirra mammila keessan ta.uu barbada IZZII JAMAAL FI BOONA AMAADFI QANANISA SADIQO KAN AFERUN
61214611/28/2024 9:13:45 AM+2519395786737276Fr adaam hussen baakkayyee ana shanan kooluu ganda baaddeeyiiraa Wan gannaa facafatan bonaa nyaatan
61212611/28/2024 9:11:04 AM+2519946020657276FR wan gana facafata bir hamatan
61211711/28/2024 9:10:17 AM+2519146321307276FR Barataa Fiqaaduu Lammaa Roobee Baalee irraa. Deebiin=Bona haammatu
61211611/28/2024 9:09:40 AM+2519146321307276FR Barataa Fiqaaduu Lammaa Roobee Baalee irraa. Deebiin=Bona sassaabatan
61211511/28/2024 9:09:28 AM+2519146321307276FR Barataa Fiqaaduu Lammaa Roobee Baalee irraa. Deebiin=Bona nyaatan
61002611/23/2024 5:19:32 PM+2519044553487276FR inispektar Muhammad Abubakar jedhama godina baalee Aanaa Gaasara irraa Namooni Ani sirba kana afeeru hodoftoota FM RB hundaf akkasumas Ummaata Oromoo hundaf afeere Jira,
61002211/23/2024 5:18:18 PM+2519044553487276FR inispektar Muhammad Abubakar jedhama godina baalee Aanaa Gaasara irraa isiin hordoofa jira qophileen keessaan haalan nutti tolee Jira haaluma kanan itti nuuf fufa OBN sagalee ummaati galatoomaa,
60947511/23/2024 10:16:33 AM+2519295892757276FR Abdussamad haaji baale gololcha ganda araaramorra maamila keessan tahuu barbaada itemmi baale 96.5
60174911/12/2024 3:29:23 PM+2519231809537276FR inispektar Muhammad Abubakar jedhama godina baalee Aanaa Gaasara irraa isiin hordoofa jira qophileen keessaan haalan nutti tolee Jira haaluma kanan itti nuuf fufa OBN sagalee ummaati galatoomaa,
12345678910...