| Id | ReceiveTime | MessageFrom | MessageTo | MessageText |
| 1250061 | 10/12/2026 11:47:55 AM | +251992355325 | 7276 | FCMuzamil Abduraman jedhama baga guyyaa alabakeny naga gesan maloo yadaa kiiyaa qilesa irra na olochaa isini horodofa malkabalo |
| 1250059 | 10/12/2026 11:45:14 AM | +251933703862 | 7276 | FC Siraaj haashim jedhaama D/L Miliqaayee irra isiin hordoofaa jiraa |
| 1250056 | 10/12/2026 11:38:28 AM | +251951454808 | 7276 | FC Abdiisaa Qaadii Aanaa Bookee Araddaa Leelluu Irra Isiin Wajjii Jiraa Jabadha |
| 1250049 | 10/12/2026 11:31:58 AM | +251938471493 | 7276 | FC Baaruddiin Najjaash Aanaa Daaroo Labuu Magaalaa Sakiinaa Rukketti Irraa isin dhageefachaa jiraa haaluma kanaan itti fufaa isiniin jannaa |
| 1250027 | 10/12/2026 10:51:23 AM | +251929820063 | 7276 | Fc Ashamaa Harkaa Fuune maqaan koo Roobaa Aamad muussa daaroolabuu dhiibaa irraa kan citaa Ba`aa takka namaa hin kennine namaan jetti bakka duuwwaan maali naaf himaa |
| 1250023 | 10/12/2026 10:48:06 AM | +251947304358 | 7276 | FC Maqaa koo beekaadhaa ani isin lachuufuu bilbilaa turee ani maamila keessani .092417..62 /092796..72 Daaroo labuu kurfaa waaccuurraa |
| 1250018 | 10/12/2026 10:46:39 AM | +251928663061 | 7276 | FC 7276 sarkalam katama mulu godina bahaa oromiyaa anaa gammachis guyyaa alaaba keenyaa baga gessan jacha sagantaa keessa hordofaa jira baay'ee nuti tole jira jabaadha |
| 1250017 | 10/12/2026 10:46:33 AM | +251949679936 | 7276 | Fc.Amadee abrahim anaa boke arada kayu ganda mole.ir isin dhagefata jira galatoma |
| 1250015 | 10/12/2026 10:45:14 AM | +251976586386 | 7276 | Fc maqaan ko Magarsaa momat haamat Aanaa odaa bultum arada gabibaa ganda harawa daanisaa irra qaraa bishinga hamat isin dhagefata jiraa wara walin ta.aa isin dhagefata jiru shukar mume fi yuusuf usmail umar |
| 1250014 | 10/12/2026 10:44:28 AM | +251938630476 | 7276 | FCAbdoo Qaasim Kibba baha oromiyaa magaalaa irraa warraa biyya koo nyaatee quucarsetti du'aa'ii godhaa jira. Isinis galatoomaa. |
| 1250013 | 10/12/2026 10:43:46 AM | +251982853603 | 7276 | Fc Xahaa Mahammad Umar Godina Bahaa Oromiya Aanaa Doobbaa Ganda Ijawaccuu irraa: Lakkoofsa bilbiila keessan nu siireesaa SMS Kardii fiixaOBN Fm ciiroo bay'ee isin jalanaa. |
| 1250010 | 10/12/2026 10:42:46 AM | +251938976203 | 7276 | Fc mahamud mahamead alii bookee cabii gaana. Girrisaa isn horrodofa jiraa |
| 1250009 | 10/12/2026 10:40:06 AM | +251973622880 | 7276 | fc.bulee.bultani.yaa.warra.obn.ibsaa.mahmmuud jedham.bokee.arradda.iddoo.arrojjii.iraa.qophiin.teessan.garidha..baga.debitan. |
| 1250005 | 10/12/2026 10:38:43 AM | +251930911146 | 7276 | FC Huzeyfa jamal odabultum diidadaalo irra qophiinkeessanbaayyenuttole isinwalinjirra |
| 1250004 | 10/12/2026 10:38:21 AM | +251936457897 | 7276 | FC Ashamaa,baga,dhufutan ibsaa,she,bakri,arsi,shanan,kolu,G,komtogogeeti,mamila,kesan,ta u,barbadaa, |
| 1249999 | 10/12/2026 10:35:15 AM | +251976805570 | 7276 | Fc Najjii ahme godina hararge lixa ana daroo labuu baha ormyiia ira magala sakiina ira aka magala kenyati bulchan magla keya siriti unf hoata jira paye jalana gonsa keya paye jana |
| 1249998 | 10/12/2026 10:34:53 AM | +251995741164 | 7276 | FC dursaa mahammad bokkee ardaa kayyu rakkoo network qaban akkaa nu furamu Jena |
| 1249992 | 10/12/2026 10:32:16 AM | +251931955609 | 7276 | Fc mul'ataa jamaal bookee araddaa cabbii irraa qophiin baay'ee gaaridha jabaadhaa isin walin jirra |
| 1249991 | 10/12/2026 10:32:10 AM | +251969219808 | 7276 | FC Bawuzaa Ahmaado Hararge lixaa anaa oda bultumm gabibaa baga.guyaa alabaa gesaan |
| 1249988 | 10/12/2026 10:31:11 AM | +251965212282 | 7276 | Fc Caalaa Aliyyii Abraahim H/Lixaa burqaa dhintuu ganda halloo maddaa irraa isin deebinaan caayaan keenya hoo'e. |
| 1249980 | 10/12/2026 10:26:39 AM | +251956847488 | 7276 | FCsa aad shearab burqaa dhintu ganamaan kaane isin hordofaa isinjaallanna haaluma kanaan itti nuufufaa |
| 1249973 | 10/12/2026 10:23:34 AM | +251940850614 | 7276 | FCC Maqaa Koo mamad Aliyyii mamad Godinaa Haragee Bahaa Anaa Bokee magala Araba iraa isinaa dhagefata Jiraa |
| 1249971 | 10/12/2026 10:21:01 AM | +251973622880 | 7276 | FC..ibsaa.mahamuud.jedhama.bokee.aradda.iddo.arrjjii.irraa .buna..dhugaatin.hadha.mana.kiya.i.x.walin.ta'e..isin.hordofaa..jira.baga.debitani.. |
| 1249966 | 10/12/2026 10:14:19 AM | +251940850614 | 7276 | FCC Maqaa Koo mamad Aliyyii mamad G |
| 1249950 | 10/12/2026 9:30:15 AM | +251930356443 | 7276 | fc umar borruutin jamaa anaa gamachis aradaa matadhap wacuudimaa magalaa jimataa iraa waa sadii obsan dabarsii yeroo Arttee yero Gamade yero jalalaan qabamtee obsaan Dabrsii galatoomaa |
| 1249947 | 10/12/2026 9:26:40 AM | +251954928432 | 7276 | FC 7276 Shaaffeey Abdulaa A/B/dhimtuu Irra Isin Walin Jira! |
| 1249939 | 10/12/2026 9:21:00 AM | +251959858675 | 7276 | fc shuba Aliyyii Godina kiba baya oromiya Anaa Aminya Ganda malxo Halloo iraa |
| 1249935 | 10/12/2026 9:19:43 AM | +251902214130 | 7276 | FC Sooreesaa Abrahim Amboo Jeedhama Daaroo Laabbu Aradaa Haar Baafannoo Raa Qopiin Keessan Dhagefata Jiraa iti nuf fuufaa dhaa |
| 1249934 | 10/12/2026 9:19:23 AM | +251915633610 | 7276 | FC Nasruu Abdallaa Aanaa daaroo labuu Odaa lallabaa irraahi odeeffannoo waa'ee Alaabaa irratti isin nu biraan geessan irraa waa hedduu baranne asumaanuu baga guyyaa alaabaa geessan |
| 1249933 | 10/12/2026 9:19:10 AM | +251938724341 | 7276 | FC.Naasiro.mahamadee.jeedham.goodiina.baha.oromiya.anaa.bookee.bulchinsa.GAANDA.KAAYYUU.IRRA.RAKKOO.bishaan.dhugaatii.ba.yee.waan.jiruuf.qaama.dhimmii.ilaaluf |
| 1249926 | 10/12/2026 9:16:59 AM | +251995181480 | 7276 | FC biyyaa qaasim godina annaa gololchaa ganda ungulee haraa irraa issin jalanaa |
| 1249920 | 10/12/2026 9:15:57 AM | +251930949526 | 7276 | Fc shukar adam Umare aana bokee sirbaa bareda pamayusfu |
| 1249918 | 10/12/2026 9:15:38 AM | +251910691848 | 7276 | FC Yuusuf Ahmad,Godina Bahaa oromiyaa , Odaa Bultum surrii irraa. isin caqasaa jira ergaan gababan kessaan birrii 5 hanga 10 murata nu sireessaa! |
| 1249916 | 10/12/2026 9:14:59 AM | +251919633377 | 7276 | Fc Muhammad Aliyyi wallo kamise Aanaa Harxumma Fursi Ganda Raasaa Harruqqee Irra Fm ciro baga nuuf deebitan wanni dhabne hundi isin faana nuuf haadeebi'u jenna |
| 1249913 | 10/12/2026 9:14:31 AM | +251908760675 | 7276 | Fc7276 ibsaa qulfii Aanaa burqaa dhimtuu anubaraa bagaa nagaan nudebitaa isin walin jiraa guddaa |
| 1249908 | 10/12/2026 9:13:35 AM | +251974917632 | 7276 | Fc,Yaassin,Abraahin,jedhama,Aanaa,odaa,bultum,gabiiba,ganda,gooroo,odarraa,rakkoo,bishaanii,hamaa,qabnaa,qaama,dhimmi,ilaalu,braan,naa,gahaa,maaloo |
| 1249883 | 10/12/2026 9:11:45 AM | +251928738619 | 7276 | FC 72,76,Dawwid mamaa Arsii Golochaa Magalaa Haroo iraa Abdumalik Aduramaani Bayyeen Sii Jabadhaa jedhan, |
| 1249863 | 10/12/2026 9:10:24 AM | +251945863921 | 7276 | Fc usumaan adam yusuf hararagee bahaa oromiyaa aanaa bookkee arada rukkeeyeesa ifeemi ciro nu debi'uun baay'ee nu gaamachisee |
| 1249845 | 10/12/2026 9:09:20 AM | +251932098113 | 7276 | FC Gammachis Kiraam Bahaa Oromiyaa Aanaa Daaroo Labuu FM Ciroo Yaada Bilbila nurra fudha |
| 1249836 | 10/12/2026 9:07:20 AM | +251973106112 | 7276 | FC An ragasa ahmed jedhamaa anna daroo labuu magalaa milqayee irraa isin dhagefacha jiraa qopiin keessan bayyee nutii tolee jiraa |
| 1249832 | 10/12/2026 9:06:31 AM | +251908760675 | 7276 | Fc7276 ibsaa qulfii Aanaa burqaa dhimtuu anubaraa bagaa nagaan nudebitaa isin walin jiraa guddaa |
| 1249817 | 10/12/2026 9:05:57 AM | +251988182965 | 7276 | FC Akkam Jirtu Yaawarra OBN Da Ciroo |
| 1249808 | 10/12/2026 9:04:16 AM | +251976805570 | 7276 | Fc najjii ahmed godina hargrge ana daroo lbuu mgala sakina gada 0.1 ira aka magala kenyati bulshan magala kenya siriti nuf hojata jira gonsa magla kenya paye jalana itin bona nama siriti umataf hojatu wan tef jalana OBN SAGAKE UMATA |
| 1249805 | 10/12/2026 9:03:57 AM | +251996267440 | 7276 | Fc Caalaa naadii daroo labbu arada dhibaa qanccitirra jabbadha isiin fanna jiraa ! |
| 1249802 | 10/12/2026 9:03:21 AM | +251907974279 | 7276 | FC maqaan ko Elemoo Bayaan Umar H/Lixa Aanaa Daaroo Labu Xuxxis irra bunan guura isin dhagefchutti jira galatoma |
| 1249800 | 10/12/2026 9:02:57 AM | +251979960954 | 7276 | FC,Usmaan Hassan Baha Oromiyaa ,Odaa Bulttum Irraa FM Ciro Waggaa Guutu Isin Yaada Turree Baga Nuuf Deebatani Anaahaadhufuu Isiniin Jennaa, |
| 1249799 | 10/12/2026 9:02:45 AM | +251973295260 | 7276 | FC Ahamad Mhamad Ana Hawii Gudiina Arada Idoo Galma Gadna Didiminsara Raako Liitorki Qamna Qama Dima Ilaalu Biran Nu Ga.a |
| 1249794 | 10/12/2026 9:02:21 AM | +251979960954 | 7276 | FC,Usmaan Hassan Baha Oromiyaa ,Odaa Bulttum SaaIrraa FM Ciro Waggaa Guutu Isin Yaada Turree Baga Nuuf Deebatani Anaahaadhufuu Isiniin Jennaa, |
| 1249792 | 10/12/2026 9:02:03 AM | +251938976203 | 7276 | FC mahamud mahamed alii bookee cabii gannad girrisaa ra..isin. Dagefacha.jira |
| 1249788 | 10/12/2026 9:00:22 AM | +251993078250 | 7276 | FC.Maqaan koo Bohaarsaa Ziqeey Saanii Jedhamaa. Godina baha Oromiyaa Aanaa hawwii guddinnaa Ganda wancabee Dhaabaa irraan isin hordofaa jiraa. |
|