FM Gimbii - Login







Ergaa Gabaabaa FM Gimbii

IdReceiveTimeMessageFromMessageToMessageText
11028415/23/2026 5:56:55 PM+2519627771737276FG Ani maqaan ko Samuel jedhama wallagga baha anaa sasigaa gandaa lomcaa iraa sirbba kana ummtaa oromoo unda naaf qaqabsiisaa.
11028405/23/2026 5:55:44 PM+2519078295837276Fg.gammachu baqqalaan jedhama wallagga bahaa jaarso baanbacherra sirba kana 1ffa hiriya ko Bi. h 2. diriirsaa dilgaasa 3.obbolesa koo lammi baqqalaf
11028395/23/2026 5:55:35 PM+2519900427417276Fg Guddataa ittaanaa godiinaa bunoo beddelee anaa daboo haanaa irraa jalaalee ko R.B naf affeeraa akkasumas qeeroo amumaa naf afferaa.
11028385/23/2026 5:55:23 PM+2519457675687276Fg brataa boosi xurunaf
11028345/23/2026 5:52:59 PM+2519468822047276Fg firaa'ol biraana tii godiina wallagga bahaa aanaa diggaa ganda firoomsaa irraa sirba kana uummata oromoo mara naaf affeeraa
11028335/23/2026 5:52:53 PM+2519025775987276FG 7276 maqaa Koo Abomaa girmaa jedhama Bbedelee iraa Tokoofaa Abubuu girmaa lataa girmaa lalisee girmaa Burtuknii girmaa
11028325/23/2026 5:52:51 PM+2519297146247276Fg Elsayi Muluna Magaala Matturraa Sirba Kana Jaalalle Ko Caaltuu Habtaamuf Naf Afeera
11028255/23/2026 5:49:11 PM+2519346786387276FG Tsiyoon Wandimmuun Jedhama Noolee Kaabbaa Ganda Guddattu Haroo Irra Sin Dhaggeeffachaa Jirra
11028235/23/2026 5:48:37 PM+2519217246527276FG Milkeessaa Caalaa Wallagga Lixa Ana Yuubdoo Ganda Yammalogi Irra Sirba Kana Ramadan Mohamad. Jirenya Diriba Amanuel Wasihun Fi Deggertota Arsenal Hunda Naf Afera
11028215/23/2026 5:47:57 PM+2519664134807276FG§B§ABISHEE
11028195/23/2026 5:47:42 PM+2519175802427276fg Talilaa nagaraa g/w/lixaa aanaa sayyo noolee magalaa kolbaa irra sirba bareeda tokko kan naaf affertan uumata aanaa najjoo,mucaa koo aanaa najjoo ganda guutee weenni jiru Bilisummaa Taliilaa fi obboloota koo magaalaa najjootti argaman na affera
11028185/23/2026 5:47:26 PM+2519454162277276FG 7276 FG Yooseef Caaliin jedhama Godina w/Lixaa Aanaa Gullisoo Ganda Hawwatee irraaa Sirba kanaa 1.tokofa Yowanis fiqadduu 2. fa,inaa lammessaa lalistuu addunyaa .3
11028175/23/2026 5:46:56 PM+2519373571027276FG Yoonaas Fiqaaduun jedhama Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gullisoo Ganda Hawwatee suchii bari'oo irraa sirba kana jaalalleekoo L.Ztiif Gammachuu Tasfaa, fi Eebbasaa Waakshumaa, naaf hafeeraa.
11028145/23/2026 5:45:57 PM+2519140524717276Fg,Habtamu G/W/Lixaa Anaa Ganjii Dibbee Sirba Kana Jalallee Ko Ayanee Naf Afera
11028125/23/2026 5:45:12 PM+2519629305437276FG.7276:Saamu'eel Asfawuun jedhama. Godina Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Ganda Bonayyaa Assaabii irraa.Sirba kana: 1Leencaa Taayyee 2 Nabiyyuu Mokonnoon fi 3 Zarihuun Asaffaa naaf afeeraa!
11028105/23/2026 5:44:59 PM+2519578864037276FG Badiruu afteen jedhama. Buunnoo beddelle aanaa cooraa ganda hawa gabba irraa. sirba kanan filadhuuf mucaa ko naanatii badiruutif. keeriyya siraajif.
11028085/23/2026 5:44:47 PM+2519299024277276FG/ Oliiqaa Kuusaan Jedhama,wallaga Lixaa Aanaa Noolee Kaaba, Ganda Qilxuu Xobbe Irrati,Sirba Kana,jalallee Koo,E.M fi Abdii Tolaa, naf Affera.
11028075/23/2026 5:44:41 PM+2519398410857276Fg,maqaako,Riduwaan,kamaal,ilu,ababo,Anaa,uromu,Gadabaro,Naman,sirba,Araa,caalaabultume,sirbakan,Baashir,caalii,Rijaal,Ramaata,Dagsfi,Arsenal,Udaafi
11028065/23/2026 5:44:27 PM+2519644584327276Fg ebbisaa xilahun jedhamma g w l annaa nollee kabbaa gandaa nya'aa doggii iraa sirbbaa kanaa maariqos misikkir fi ashee xonee fi biqiilaa amanullii naf aferraa
11028015/23/2026 5:43:59 PM+2519240637737276FG, Bilisummaa Caalaan Jedhama. Qellem Wallaggaa Laaloo Qilee Irraa Sirba Kana, Weellistoota Oromoo Maraaf, Namoota Na Beekan Hundaaf.
11028005/23/2026 5:43:07 PM+2519796092917276FG Abbabee Baqqalaa Hata'uun jedhama.Godina Wallagga Lixa, Aanaa Sayyoo Noolee, Ganda Guutee Jiidhaa irraa,sirba kana kanaan filadhuuf ummaata ganda guutee jiidhaa hundaaf naaf affeera!
11027995/23/2026 5:43:04 PM+2519297146247276Fg Elsayi Mulunaan Godina Iluu Abbaa Boora Magaalaa Mattuurra. Sirba Jaalallee Ko Caaltu Habtamuuf Na Afeeraa
11027875/23/2026 5:38:59 PM+2519079671047276FGAnii maqan ko mahamad ahamad godinaa bunoo badalee ana mako arada biftuu nagaa iraa namnin aferu 1baca knesa 2fadilu mahamad amin 3 shukurih qamar cawaq madara abdata
11027855/23/2026 5:38:30 PM+2519457675687276Fg lakk/erga gabaabaa filanno sirbaa naa ergaa
11027835/23/2026 5:37:43 PM+2519230129537276FG.Amsaaluu Mollaa jedhama Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Daallee Sadii Ganda Laaloo Kashoo irraati namnin sirba kana filachuufi barbaade nama baay'ee na jaallatu Daani'eel Hunduma naaf haffeera!
11027825/23/2026 5:37:09 PM+2519340975267276fg galataa rattaa jedhama gaanda kolbaa qoboloo irra sirba kana tokkoffaa irratti amanuu mitikkuu lamaffaa isaaqii bashir sadaffaa abdii rattaa
11027775/23/2026 5:35:09 PM+2519607951957276FG 7276 Abirhaam Geechaa Nollee Kabba Sillasee Ira Sirba Kana Yonaas Geechaa Danoo Geechaa Naf Haffeera
11027765/23/2026 5:35:06 PM+2519347110707276FG Sabboonaa Malkaamuu Bultii Jedhama Godina Wallaggaa Lixa Anaa Gimbii Gandaa Waddeessaa Warqa Irra Sirbaa Kan Jalqaba Irrati Namnin Aferuu Biq2. T, Lencoo Aftamuu, Dani'eel Iyyasuu, Biqilaa Tujjubaa, Deggeerrtotaa Arsinal Hundaa Biran Naf Ga'aa
11027755/23/2026 5:35:01 PM+2519530443017276Fg samu.el getachon jedhama godina wallagga lixa ana sayyo nolerra sirba kana namnin afferu yai.qob naggatif danno wakshumatif addunna banti naf affera
11027745/23/2026 5:33:57 PM+2519259837027276FG Kenasa Amadee Jedhama G/w/l/G Lixaa Aanaa Sayyoo Nooleera Gandda Qoree Sibbora 1 Faa Iratti Ajiibu Dashura Fi 2faaratti Jafar Mamadi Naf Afeera!
11027705/23/2026 5:33:18 PM+2519616573397276FG Barataa Ifaa Abarra jedhama godina wallagga lixaa aanaa ganjii magaalaa talkoo irraa sirba kana 1ffaa irrati jaalallee ko busaano sichooti kan argamtu K.G 2ffa Arargee kan jiraatu barsiistu Taabotee 3ffa irrati caalaa dureessa fi uumata magaalaa talkoo hunda
11027665/23/2026 5:32:22 PM+2519997338537276Fg ifaa waakenee jedhama g/ buunno beddelle aana makko ganda waato golbe irraati sirba kana b/sa gabire bari waltajji akkasumas clabi jorgoo waatoo hundaaf
11027655/23/2026 5:32:20 PM+2519556621977276FG Zakkaariyaas Tasfaa jedhama G/W/Lixa ?Anaa Gulisoo gaanda baadhas diillaa irraa sirbaa kana hiriyaa koo Nagaara Yohaannis fi jaalalee ko D.M na afeerra
11027605/23/2026 5:31:16 PM+2519195071697276FGjaafar guddinan jedhama goddina wallaga lixaa aanaa begii ganadaa fongoo wabaraa irra sirbaa kana umaata oromoo hundaa naaf afeera akkasumas jimaatadhaf kumsaa naaf afeera .
11027595/23/2026 5:30:57 PM+2519316893657276FG DAAWIT DHIBBISA ANAA DAABOO HAANNAA GANDAA CAAMMAN MIRGIISAA IRRAA SIRBA KANA 1FFAA DEEGARTOTA ARSENAL HUN 2FFAA IJJOLLEE BUUNNOO HUD 3FFAA QEERROO MIRGIISA HUNDAA
11027575/23/2026 5:30:43 PM+2519377522177276FG shukrii qamar godina buno badale anaa cawaqa gada sire guddo iraa ! Sirba kana dhagefatota F G hudaf nagahani!!
11027525/23/2026 5:29:30 PM+2519176528547276Fg Iddoosaa Qajeelaa jedhama G/Q/W/aana daalle sadii M/Beellam irra qophiin keessan gaariidha.
11027515/23/2026 5:29:20 PM+2519426233127276FG Eebbaa Abbooman jedhama w/lixa Aanaa Noolee irraattii sirbaa kan kanan filaadhuu 1.dhaaggeffaata kessaan hundaa 2.lalisaa 3.Wabii biraan na ga`a ?
11027485/23/2026 5:28:13 PM+2519217246527276FG Milkeessaa Caalaa Wallagga Lixa Ana Yuubdoo Ganda Yammalogi Irra Sirba Kana Ramadan Mohamad. Jirenya Diriba Amanuel Wasihun Fi Deggertota Arsenal Hunda
11027455/23/2026 5:27:36 PM+2519151627387276FG Shibbiru Caalaa Qellem Wallagaa Laloo Qilee Gandaa Bonsaa Kuyyuu Irra Namoni sirbaa Aferu 1 .Bilisumaa Caalaa 2.Degartota Arsenal 3.Namotaa na Bekan
11027425/23/2026 5:27:19 PM+2519299024277276FG/ Oliiqaa Kuusaan Jedhama,wallaga Lixaa Aanaa Noolee Kaaba, Ganda Qilxuu Xobbe Irrati,Sirba Kana,jalallee Koo,E.M fi Abdii Tolaa, naf Affera.
11027395/23/2026 5:27:00 PM+2519536686137276FG Ittaana Lammeessa Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Daaboo Haanna Irra, sirba kana Baacaa kennasaa, Jireenya Dirribaa fi Tolasaa Geetaacho naaf affeera!
11027385/23/2026 5:26:45 PM+2519341866307276fg 7276 lalisaa baacaan jedhamaa. q/wallagaa d/sadii irra 1.addisuu baacaa 2.addamu baacaa 3.misgaana baacaa sirbaa kana naf affeerraa.
11027375/23/2026 5:26:41 PM+2519560233617276FG obsaa ajiibun jedhaama godina buno bedele iraan isiin dhagefadha jira jabadha sirba kana umaat oromo na afera
11027365/23/2026 5:26:15 PM+2519231701607276FG Addunyaa Dirriba Aanaa Sayyoo Noolee Ganda Kolba Qoboloo Irraati, Sirba Kana Kanan Filadhuuf Maasuu Banti, Hawwal Aggasu Fi Barisoo Andasha Jabaa Najedhani.
11027325/23/2026 5:25:30 PM+2519016891487276fg maaqaan koo Naaboon Adimaaasuu jedhaama iluu abbaa boraa anaa algee saachii hiraa sin dhaagee fachaa jirraa
11027305/23/2026 5:25:16 PM+2519173574937276fg sayid biqilaa noolee kaabba asgorii soraa irraa walee kadiriif maadara abdaata tif teeknishana keessan adinahoo baabutif
11027295/23/2026 5:25:12 PM+2519993714537276FG Iddilee Fiqiruti Wallagga Lixaa Aanaa Gimbii Gaacii Gelel Irra Sirba Kana Namaan Hafeeru Barbadu Dawit Fiqiru Ayyanaa Riqituu Leensaa Bulchaa Boontuu Faqqadaa Boontuu Solomoon Fi S.F!
11027255/23/2026 5:23:58 PM+2519737495387276Fg iddoosaa Ejjetaa aanaa yubdoo ganda calliyaa yemoo, hanbaa fiqaduu, dochaa girmaa, tolasaa fixee, darartuu tayye
11027215/23/2026 5:22:45 PM+2519916614037276fg kennasaa waaqumaan jedgama wallaggaa lixaa aanaa noolee kabbaa ganda guutee xiiqii irrati sirba kana 1ffa maabiratu ababe 2ffa mittikku bulcha 3ffa lammaa ababe 4ffa malkamuu ittanaa naf afferraa
12345678910...